Lyriqa
ሊሪቃ · የመዝሙር ግጥሞች
መዝሙሮች
Songs
ዘማርያን
Artists
ምድቦች
Themes
አበርክት
Contribute
ፊደል
Aa
EN
መዝሙሮች
ዘማርያን
ምድቦች
አበርክት
← ተመለስ
እርማት ጠቁም
ለ
"ጋላታ እራቲ"
እርማት እየጠቆሙ ነው። ለውጦችዎ በአስተዳዳሪ ከተገመገሙ በኋላ ይታተማሉ።
Website
የመዝሙሩ ርዕስ
*
ዘማሪ / መዘምራን
ቋንቋ
*
Afaan Oromoo
አማርኛ
ትግርኛ
ሌላ ቋንቋ… · Other
ግጥም
*
እንዴት እንደሚጻፍ፦
እያንዳንዱን ቁጥር (አንጓ) እንደ የራሱ ክፍል ያስገቡ — በክፍሉ ውስጥ አንድ መስመር በአንድ ረድፍ።
አዝማቹን «አዝማች» ብለው ምልክት ያድርጉ — ድልድይ፣ መግቢያና ሌሎች የክፍል አይነቶችም አሉ፤ እያንዳንዱ በገጹ ላይ በራሱ ቅርጽ ይታያል።
ክፍል የሚደጋገም ከሆነ ×2, ×3… ይምረጡ — እንደገና መጻፍ አያስፈልግም።
ክፍሎችን በመጎተት ወይም በ↑↓ ቅደም ተከተላቸውን ይቀይሩ።
⠿
መግቢያ · Intro
ቁጥር · Verse
ቅድመ አዝማች · Pre-Chorus
አዝማች · Chorus
ድኅረ አዝማች · Post-Chorus
ምላሽ · Refrain
ድልድይ · Bridge
የሙዚቃ ክፍል · Instrumental
መሸጋገሪያ · Interlude
ሶሎ · Solo
ቫምፕ · Vamp
መደምደሚያ · Tag
መዝጊያ · Outro
ሌላ… · Custom
×1
×2
×3
×4
×5
×6
↑
↓
⧉
✕
Galata irrati Galata (2x) Sifaan ladha yaa Gooftaa (3x) Bayeen naaf ta'e uttu jirru Cal jechu naandandeesissuu(2x) Halle luyyaa nanteessisu Utal Utal nan jedha keessakooti (2x) Ol jedhee boquun koo ba'an irra bunaan Harki Waaqaa kooti gudha dha diriraan tatamsa'era humnii dukanaa YESUS naaf keneera bara fayyinaa Galata irrati Galata (2x) Sifaan ladha yaa Gooftaa (3x) Bayeen naaf ta'e uttu jirru Cal jechu naandandeesissuu(2x) Halle luyyaa nanteessisu Utal Utal nan jedha keessakooti (2x) Karaan sirkaa hin baduu taka hindogogortuu Suta jetee demta ta'uyuu hin durfamtu Sokoosa hin hademitu fannikees hin jeqamuu Waqaa Abaa galata ararii keee himmixiqau Galata irrati Galata (2x) Sifaan ladha yaa Gooftaa (3x) Bayeen naaf ta'e uttu jirru Cal jechu naandandeesissuu(2x) Halle luyyaa nanteessisu Utal Utal nan jedha keessakooti (2x) Hurin dukanaa sun goftaadhan saqammee Halkanichi darbee hinganameefamee Fixeensii harcha'e dhamoochi hindarbee Farfachuun jalqabee mata diina yaabee Galata irrati Galata (2x) Sifaan ladha yaa Gooftaa (3x) Bayeen naaf ta'e uttu jirru Cal jechu naandandeesissuu(2x) Halle luyyaa nanteessisu Utal Utal nan jedha keessakooti (2x) Gogaan koofi onnan koo tifee eba isaatiin Jiidha argateera maal jedhu ree ani? Keessaafii ala kootin na gamachiseeraa Nama galataa godhee na dhabeera Galata irrati Galata (2x) Sifaan ladha yaa Gooftaa (3x) Bayeen naaf ta'e uttu jirru Cal jechu naandandeesissuu(2x) Halle luyyaa nanteessisu Utal Utal nan jedha keessakooti
+ ቁጥር ጨምር
+ አዝማች ጨምር
+ ሌላ ክፍል…
መግቢያ · Intro
ቅድመ አዝማች · Pre-Chorus
ድኅረ አዝማች · Post-Chorus
ምላሽ · Refrain
ድልድይ · Bridge
የሙዚቃ ክፍል · Instrumental
መሸጋገሪያ · Interlude
ሶሎ · Solo
ቫምፕ · Vamp
መደምደሚያ · Tag
መዝጊያ · Outro
ሌላ… · Custom
ተጨማሪ ዝርዝሮች — አልበም፣ ዩቲዩብ፣ ስለ እርስዎ (አማራጭ)
አልበም
የዩቲዩብ አገናኝ
ስለ እርስዎ
(ለምስጋና ብቻ)
ስም
ኢሜይል
ይህን ግጥም የማጋራት መብት እንዳለኝ አረጋግጣለሁ (የራሴ ሥራ ነው፣ ፈቃድ አለኝ ወይም የሕዝብ ቅርስ ነው)።
እርማቱን ላክ