Lyriqaሊሪቃ · የመዝሙር ግጥሞች
Kadhannaa Koo Dhagahi — ጋመቹ ታደሰ

Kadhannaa koo dhagahi Gooftaa

Sagalee koo gara kee ol fudhadhu

Cubbuu koo irraa na qulqulleessi

Garaa qulqulluu na keessatti uumi