{{{መዝሙር1}}}
Waaqayyoon Tiksee Kiyya
አማርኛ
አዝማች · Chorus
WAAQAYYOON TIKSEE KIYYAA *2
HOMAA HIN SODAADHU HALKANII FI GUYYAA
NAN ADEEMA HALKANII FI GUYYAA*2
INNI WONTEE KIYYAA
WAAQAYYOON TIKSEE KIYYAA *2
HOMAA HIN SODAADHU HALKAANII FI GUYYAA
NAN ADEEMA HALKANII FI GUYYAA*2
OH HAALEELUYYAA
ቁጥር 1 · Verse 1
1- RAFEE BULA GOOFTATTI AMANEE
BOBAA ISAA JALATTI MAXXANEE
NAAF MIJEESSAA HAALOTA HUNDUMAA
EENYUU NAN UGGU ISA FAANA ADEEMAA
KATTAA DHUGAA IRRA DHAABBADHEE
HIN SODAADHU BITAA FI MIRGA LAALEE
GOOFTAAN AMMAS ANAAN WOJJIIN JIRA
JIRUU KIYYA ISATUU HOGGANA
ቁጥር 2 · Verse 2
2- EEGA GOOFTAAN ANAAN WOJJIIN TA’E
ANI HIN NA’U NAANNOO KOO ILAALEE
IRREEN ISAA HARKA KOO QABEERA
BARA KAN KOO ISA NA GARGAARA
HAFURA ISAAN HAGUUGAMEETI JIRA
EEGGUMSI ISAAS JECHA KOO IRRA TARA
KAMIIN JEDHEE ISA KAMIIN DHIISA
KUNOO HARDHAS GAMMACHUUDHAN DEEMA
ምንጭ፦ ግጥሙ በ WikiMezmur ማኅበረሰብ የተገለበጠ ነው። የግጥሙ መብት የደራሲው ነው — የመብት ጥያቄ