Lyriqaሊሪቃ · የመዝሙር ግጥሞች

Abdii Koo

Abdii Koo

2021 · ትራክ 3 · 5:08 · Afaan Oromoo · የተስፋ

▣ አቅርብ / Present✎ እርማት ጠቁም

Abdiin koo si'i Gooftaa

Kan biraa hin qabu

Yeroo rakkinaa gargaarsi koo

Si duwwaa dha

Abdii koo abdii koo

Kataba jireenya koo

Sirra dhaabbadheera

Hin sochoofamu

Guyyaan haa dukkanaa'u

Halkan haa dheeratu

Barii barraaqni ni dhufa

Ifni kee ni baha

Abdii koo abdii koo

Kataba jireenya koo

Sirra dhaabbadheera

Hin sochoofamu

ምንጭ፦ ግጥሙ ለ Lyriqa በቀጥታ የቀረበ/የተዘጋጀ ነው። የግጥሙ መብት የደራሲው ነው — የመብት ጥያቄ