Lyriqaሊሪቃ · የመዝሙር ግጥሞች

Galata Keeti

Galata Keeti

2021 · ትራክ 1 · 5:30 · Afaan Oromoo · ምስጋና

▣ አቅርብ / Present✎ እርማት ጠቁም

Waan naaf goote hunda yaadadhee

Maqaa kee galateeffadha

Gaarii dha ati anaaf

Araarri kee bara baraan jiraata

Galata keeti galata keeti

Gooftaa koo siif haa ta'u

Galata keeti galata keeti

Hamma bara baraatti

Dukkana keessaa na baafte

Ifatti na dhaabde

Gadda koo gammachuutti geeddarte

Faarfannaa haaraa afaan kootti keesse

Galata keeti galata keeti

Gooftaa koo siif haa ta'u

Galata keeti galata keeti

Hamma bara baraatti

ምንጭ፦ ግጥሙ ለ Lyriqa በቀጥታ የቀረበ/የተዘጋጀ ነው። የግጥሙ መብት የደራሲው ነው — የመብት ጥያቄ