Beeka Amanannaa Koo
2003 · ትራክ 1 · Afaan Oromoo
ቁጥር 1 · Verse 1
Deemsa lafa oona nawajjiin ta’eetu
Saafaan nahin arganne narra gaaddiseetu
Sababa jireenyaa Yesuustuu naaf ta’ee
Eege kunuunseetu kuno har’aan naga’e
አዝማች · Chorus
Jalalleenkoo kankoo anis immoo kansa
Isatti barako maaltu addaan nabaasaa
Abdii bara bara naaf ta’ee Gooftaankoo
Ani isa hin shakku Beeka amanannaakoo/x6
ቁጥር 2 · Verse 2
Gaarummaa Waaqayyoo kami himeen kam dhiisaa
Dhiibuu du’a keessaa kan nabaasee isaa
Fuulasaatti gadi jedhee isa barbaaddadhee
Gammachuunan ka’aa imimmaan qoorfadhee
አዝማች · Chorus
Jalalleenkoo kankoo anis immoo kansa
Isatti barako maaltu addaan nabaasaa
Abdii bara bara naaf ta’ee Gooftaankoo
Ani isa hin shakku Beeka amanannaakoo/x6
ቁጥር 3 · Verse 3
Ana olitti anaaf kan naaf yaadu isaa
Gaarummaasaatiin lubbuukoo naaf quubsaa
Qaba kanan jedhu waan hundaakooti innii
Naaf haagalatoomuu baruma baraanii
አዝማች · Chorus
Jalalleenkoo kankoo anis immoo kansa
Isatti barako maaltu addaan nabaasaa
Abdii bara bara naaf ta’ee Gooftaankoo
Ani isa hin shakku Beeka amanannaakoo/x6
ቁጥር 4 · Verse 4
Amani hin sodaatiin ani gaachanakeetii
Nan jedhee naboonsaa inni of jajuukootii
Ega haala ilaalee homaa hin sodaadhuu
Yesuuskoo Gooftaadhaa innan amanadhu
አዝማች · Chorus
Jalalleenkoo kankoo anis immoo kansa
Isatti barako maaltu addaan nabaasaa
Abdii bara bara naaf ta’ee Gooftaankoo
Ani isa hin shakku Beeka amanannaakoo/x6
ምንጭ፦ ግጥሙ ለ Lyriqa በቀጥታ የቀረበ/የተዘጋጀ ነው። የግጥሙ መብት የደራሲው ነው — የመብት ጥያቄ