Hin Dagadhuu
2003 · ትራክ 10 · Afaan Oromoo
ቁጥር 1 · Verse 1
Hin dagadhuu lafan dhufe
Situ nakaase lafan kufe /x4
Hindagadhu/x3 lafan dhufe
Situ nakaasee Waaqayyooko iddoon kufe /x2
ቁጥር 2 · Verse 2
Jijjiiramni haala nah in miineem Gooftaako
Eegicha abbummaakeen buufattee naannookoo
Gadisni barruukee naaf ta’ee boqonnaa
Hundumaa dabarsee naga’eera addenda
አዝማች · Chorus
Hin dagadhuu lafan dhufe
Situ nakaase lafan kufe /x4
Hindagadhu/x3 lafan dhufe
Situ nakaasee Waaqayyooko iddoon kufe /x2
ቁጥር 3 · Verse 3
Sifaan ba’een gala maliree sodaankoo
Fannookee jala maarree iddoon buufatako
Na oolchite hamaa dhoksitee bobaakee
Baayyina araarakeen nadhaabe fuulake
አዝማች · Chorus
Hin dagadhuu lafan dhufe
Situ nakaase lafan kufe /x4
Hindagadhu/x3 lafan dhufe
Situ nakaasee Waaqayyooko iddoon kufe /x2
ቁጥር 4 · Verse 4
Si amanachuunko sirriidha hin dogoggorre
Nahin yeellasifne naboonsite malee
Bagan kankee ta’e jettikaa lubbuunkoo
Haaga’u fuulakee aarsaan galatakoo
አዝማች · Chorus
Hin dagadhuu lafan dhufe
Situ nakaase lafan kufe /x4
Hindagadhu/x3 lafan dhufe
Situ nakaasee Waaqayyooko iddoon kufe /x2
ምንጭ፦ ግጥሙ ለ Lyriqa በቀጥታ የቀረበ/የተዘጋጀ ነው። የግጥሙ መብት የደራሲው ነው — የመብት ጥያቄ