Lyriqaሊሪቃ · የመዝሙር ግጥሞች

Situ Nuuf Ta'e Iddoo Baqa

2003 · ትራክ 3 · Afaan Oromoo

▣ አቅርብ / Present✎ እርማት ጠቁም

Situ nuuf tahe iddoo baqa gaachana keenya/x2

Darbamuyyu nu hin argatu

Xiyyi diinota keenya — halleeluyyaa

Barri in dhufa barri indarba

kan akkakee eenyu gooftaa

amallike hin sinsinnaa’uu

Galanni keenya siif haa ta’u/x2

Faarfannaan keenya siif haata’u

Hoqubaan keenya siif haata’u

Ililleen keenya siif haata’u

Baayyeesaa dubbachuu dandeenyaa

Oolmaakee yawaaqayyo keenyaa

Hundallee yoo ta’uudhaa baate

Sammuunkeenya hamma nuyaadate

Galataa fi huqubaa battadhannee

Qabannee fuulakee dhaabbannee

Sigalateeffanna Waaqayyo

Nuoolchitee argineerra Leeyyoo

Situ nuuf tahe iddoo baqa gaachana keenya/x2

Darbamuyyu nu hin argatu

Xiyyi diinota keenya — halleeluyyaa

Barri in dhufa barri indarba

kan akkakee eenyu gooftaa

amallike hin sinsinnaa’uu

Galanni keenya siif haa ta’u/x2

Faarfannaan keenya siif haata’u

Hoqubaan keenya siif haata’u

Ililleen keenya siif haata’u

Battala duuni numarsetti

Dhufte gidduu keenya seente ati

Labsiirratti labsii biraa baaftee

Boqonnaa haaratti nuceesiftee

Ameen dubbii galagaleeraa

Boojuun keenya nuuf deebi’eera

Warra galata nutaasifte

Biiftuu jireenyaa nurratti baafte

Situ nuuf tahe iddoo baqa gaachana keenya/x2

Darbamuyyu nu hin argatu

Xiyyi diinota keenya — halleeluyyaa

Barri in dhufa barri indarba

kan akkakee eenyu gooftaa

amallike hin sinsinnaa’uu

Galanni keenya siif haa ta’u/x2

Faarfannaan keenya siif haata’u

Hoqubaan keenya siif haata’u

Ililleen keenya siif haata’u

Sabni abdi kutanne abdi arganne

Har’a waan hundumaan badhaane

Taaneerra ibsaa gaara gubbaa

Galatoomi yawaaqa jabaa

Isa imimmaaniin facaafnee

Faarfachaa har’a kuno haammannee

Waaqa waaqotaa mootii nagaa

Waan jennu hin qabnu ulfaadhukaa

Situ nuuf tahe iddoo baqa gaachana keenya/x2

Darbamuyyu nu hin argatu

Xiyyi diinota keenya — halleeluyyaa

Barri in dhufa barri indarba

kan akkakee eenyu gooftaa

amallike hin sinsinnaa’uu

Galanni keenya siif haa ta’u/x2

Faarfannaan keenya siif haata’u

Hoqubaan keenya siif haata’u

Ililleen keenya siif haata’u

Darbannaa fi xiyya diinaa milqinee siin as geenyee

Sababa qabna Gooftaa hin teenyu nuy callifnee

Bissii galata keenya asii fi achi sochoofnee

Sifarfaannaa Hursinee sabnikee tokko taanee/x4

Shubbifnee

Ilichinee

Utaallee

ምንጭ፦ ግጥሙ ለ Lyriqa በቀጥታ የቀረበ/የተዘጋጀ ነው። የግጥሙ መብት የደራሲው ነው — የመብት ጥያቄ