Hin callisu
2003 · ትራክ 7 · Afaan Oromoo
አዝማች · Chorus
Hin callisu/x3
Ba’aan narraa bu’ee boquunkoo ol jedheera
Utaalee shubbiseen dhugaa fi hafuuraanii
Sin faarsa yesuus natti toleera/x4
Nan faarfadha malee nan faarfadha
Ba’aan narraa bu’ee nan faarfadhaa
/Hidhaa narraa cite/
Waaqakoo nan faarfadhaa x2
Gooftaakoo nan faarfadha/x4
/Gooftaakoo/yesuuskoo/Abbaakoo/Mootiikoo/
ቁጥር 1 · Verse 1
Ani waan haaraan argee jireenyakoorrattii
Jalallikee Gooftaa adda kan namaattii
Cabe arfiin du’aa narratti aboo hin qabuu
Anuu itti beeka Gooftaakoo maqaakee ol qabuu
Yesuus maqaakee ol qabu/x4
/abbaakoo/motii/da’ookoo/
ቁጥር 2 · Verse 2
Kaleessa dhaabate inni natti mormu
Jigeera iyyaarikoonii maqaakee yoon waamuu
Erga ati naan jettee ta’eera qoodakee
Naafimmoo maaliree Goftaako jechuun galatake
Yesuus haa ulfaatu maqaankee
Abbaako >> >>
Motii >> >>
Da’ooko >> >>
ቁጥር 3 · Verse 3
Boolla afaan bane naachuuf dhaadatuu
Situ naa oolche yesuus kanke bade hin beeku
Isa ati naaf gooteef eeyyee ani galatan qaba
Utaaleen sifaarsaa Gooftaako maaliifan dadhaba
Yesuus maaliifan dadhaba
Abbaako >> >>
Mootii >> >>
Da’ooko >>
ምንጭ፦ ግጥሙ ለ Lyriqa በቀጥታ የቀረበ/የተዘጋጀ ነው። የግጥሙ መብት የደራሲው ነው — የመብት ጥያቄ