Oolmaa Narraa Qabdaa
2003 · ትራክ 4 · Afaan Oromoo
አዝማች · Chorus
Oolmaa narraa qabdaa tola baay’ee baay’ee
Hin daganneem gooftaakoo gaarummaa naaf ta’e
Sin waaqessaa uhuuhuu siin waaqessaa ahahaaha/x2
Kan akkaakee hin jiru waaqolii orma keessaa/x4
ቁጥር 1 · Verse 1
Dacha rakkinaattii nawaajjiiniin taatee
Dadhabbiikoo keessattii jabina naaf taatee
Har’a ga’uukootiif galanni aarsaa keetii
Ani guddaan gammadaa kankee ta’uukoottii
አዝማች · Chorus
Oolmaa narraa qabdaa tola baay’ee baay’ee
Hin daganneem gooftaakoo gaarummaa naaf ta’e
Sin waaqessaa uhuuhuu siin waaqessaa ahahaaha/x2
Kan akkaakee hin jiru waaqolii orma keessaa/x4
ቁጥር 2 · Verse 2
Dhangalaa’uu dhiigaa du’a foonii fi lubbuu
Siinan oole gooftaa lafeedhaa caccabuu
Ayyaanakeen golgamee waan baayyee ooleeraa
Boollaa du’aa utaale ani siin jiraadheera
አዝማች · Chorus
Oolmaa narraa qabdaa tola baay’ee baay’ee
Hin daganneem gooftaakoo gaarummaa naaf ta’e
Sin waaqessaa uhuuhuu siin waaqessaa ahahaaha/x2
Kan akkaakee hin jiru waaqolii orma keessaa/x4
ቁጥር 3 · Verse 3
Safaan akka nahin gubne guyyaan dumeessanii
Halkan akka hin gufani utubaa abdaani
Gara boqonaakootii kan nagaggeessituu
Ani maali goofta kan namararsiiftuu
አዝማች · Chorus
Oolmaa narraa qabdaa tola baay’ee baay’ee
Hin daganneem gooftaakoo gaarummaa naaf ta’e
Sin waaqessaa uhuuhuu siin waaqessaa ahahaaha/x2
Kan akkaakee hin jiru waaqolii orma keessaa/x4
ቁጥር 4 · Verse 4
Loltu riphaa kaaftee waa’eekootiif loltee
Diinotakorrattii mo’icha naaf laattee
Yesuus ilma Waaqayyoo ati anaaf addaa
Maqaakee ulfinaanii kaasee nan farfadhaa
አዝማች · Chorus
Oolmaa narraa qabdaa tola baay’ee baay’ee
Hin daganneem gooftaakoo gaarummaa naaf ta’e
Sin waaqessaa uhuuhuu siin waaqessaa ahahaaha/x2
Kan akkaakee hin jiru waaqolii orma keessaa/x4
ምንጭ፦ ግጥሙ ለ Lyriqa በቀጥታ የቀረበ/የተዘጋጀ ነው። የግጥሙ መብት የደራሲው ነው — የመብት ጥያቄ