Lyriqaሊሪቃ · የመዝሙር ግጥሞች

Abbaa Koo

Abbaa Koo

ትራክ 11 · አማርኛ

▣ አቅርብ / Present✎ እርማት ጠቁም

WAAQAYYOO … GOOFTAA KOO

ABBAA KOO … JIRAATAA KOO

SIIN URGAAYE

SIIN ARJOOME

SIIN BADHAADHE

SIIN NAMA TA’E *2

ULFAADHUU NA ULFEESSITEE

HIDHAA SHEEXANAA NAA IRRA KUKKUTTEE

SI QABADHEE GAMMADERAA

JIRUUN KIYYA MIDHAAGEERAA

WAAQAYYOO … GOOFTAA KOO

ABBAA KOO … JIRAATAA KOO

SIIN URGAAYE

SIIN ARJOOME

SIIN BADHAADHE

SIIN NAMA TA’E *2

KENNAA GUDDAA NAAF KENNITEE

BADHAADHUMAAN ANA GUTTEE

NA EEBBISTE NA MILKEESITEE

BIYYA LAFAAF SOOQIDDA NA GOTE

WAAQAYYOO … GOOFTAA KOO

ABBAA KOO … JIRAATAA KOO

SIIN URGAAYE

SIIN ARJOOME

SIIN BADHAADHE

SIIN NAMA TA’E *2

BURQAA JIRUU NA OBAASTEE

LUBBUU KIYYA GAMMACHIIFTEE

DHUGAA LE’A TALIILA KEESSA

GOGINNIS HIN JIRU OLII LALISAA

WAAQAYYOO … GOOFTAA KOO

ABBAA KOO … JIRAATAA KOO

SIIN URGAAYE

SIIN ARJOOME

SIIN BADHAADHE

SIIN NAMA TA’E *2

ምንጭ፦ ግጥሙ በ WikiMezmur ማኅበረሰብ የተገለበጠ ነው። የግጥሙ መብት የደራሲው ነው — የመብት ጥያቄ