Lyriqaሊሪቃ · የመዝሙር ግጥሞች

Qoqqoodamuun Haa Gahu

Qoqqoodamuun Haa Gahu

ትራክ 13 · አማርኛ

▣ አቅርብ / Present✎ እርማት ጠቁም

OBBOLEESSATUU OBBOLEESSARRATTI BOOLLA HAADHA

OF TUULUMMAAN OF GAA’ISSA ANI JIRA JEDHAA

HAWWII FOONII BU’AA DU’AA SANA LABSAA

HUJII WAAQAA FEDHA OFIITIIN JAJALLISAA

QOQQOODAMUUN HAA GAHU GOOFTAA

QOQQOODAMUUN HAA GAHU YESUUS

WOL QABACHUU NU KEESSA GUDDISI WOL JAALACHUU

WOLII YAADUU NU KEESSA GUDDISI WOL SIMACHUU

BIYYOO LAFA IRRAA FUUTEE NUU TOLCHITE

HAFUURA KEE NUTTI AFUUFTEE NAMA NUU GOOTEE

UUMAA KEENYA SI GOOFTAA SI WOLLAALLEE

WOL DHIDHIIBAA WOL FOFFOOYAA JIRRA AMMALLEE

QOQQOODAMUUN HAA GAHU GOOFTAA

QOQQOODAMUUN HAA GAHU YESUUS

WOL QABACHUU NU KEESSA GUDDISI WOL JAALACHUU

WOLII YAADUU NU KEESSA GUDDISI WOL SIMACHUU

OGUMMAA JALQABAA SI SODAACHUU ITTI DHIISNEE

JIBBIINSAA FI WOL DHABINNAAN WOL MAMMADEESINEE

ONNEE GARAA KEESSAATIIN FAFAKKEESSAA LEENA

NU GARGAARI GOFTAA KUNOO SITTI IYYANNA

QOQQOODAMUUN HAA GAHU GOOFTAA

QOQQOODAMUUN HAA GAHU YESUUS

WOL QABACHUU NU KEESSA GUDDISI WOL JAALACHUU

WOLII YAADUU NU KEESSA GUDDISI WOL SIMACHUU

ANI SI KADHA GOOFTAA MILLADHU GARA KEENNA

FURMAANNIN SI QOFA WOOBIIN LUBBUU KEENYAA

NUU HAA GAHUU WOLI QEQQEEQAA WOL DHIDHIIBUUN

GUUTI KEESSA KEENNA JAALALAA FI TOKKUMMAAN

QOQQOODAMUUN HAA GAHU GOOFTAA

QOQQOODAMUUN HAA GAHU YESUUS

WOL QABACHUU NU KEESSA GUDDISI WOL JAALACHUU

WOLII YAADUU NU KEESSA GUDDISI WOL SIMACHUU

ምንጭ፦ ግጥሙ በ WikiMezmur ማኅበረሰብ የተገለበጠ ነው። የግጥሙ መብት የደራሲው ነው — የመብት ጥያቄ