Kadhannaa
Kadhannaa
ትራክ 4 · አማርኛ
አዝማች · Chorus
DHAGAHAA KADHANNAA INNI
KEESSA KEETII GAAFANNAANI
OBSITEE YOO EEGDE DEEBII NI ARGATTA
RAKKINNA KEE GATTEE GAMMACHUUN OL JETTA
OBSITEE YOO JETTE DEEBII NI ARGATTA
BA’AA KANKEE GATTEE GAMMACHUUN OL JETTA
ቁጥር 1 · Verse 1
HIN SODAATIN
BO’ICHA KEE DHAGAHEERA INNI
ABDII HIN KUTIN
NA DHAALA KAN JETTU SI HIN DHAALU INNI
አዝማች · Chorus
DHAGAHAA KADHANNAA INNI
KEESSA KEETII GAAFANNAANI
OBSITEE YOO EEGDE DEEBII NI ARGATTA
RAKKINNA KEE GATTEE GAMMACHUUN OL JETTA
OBSITEE YOO JETTE DEEBII NI ARGATTA
BA’AA KANKEE GATTEE GAMMACHUUN OL JETTA
ቁጥር 2 · Verse 2
AMANTIIN KADHADHU
RAKKINNA KEE WAAQATTI MUDHIFADHU
INJIFANNOON KAATAA
MAALALEEN YOO SAN TA’A BAASA
አዝማች · Chorus
DHAGAHAA KADHANNAA INNI
KEESSA KEETII GAAFANNAANI
OBSITEE YOO EEGDE DEEBII NI ARGATTA
RAKKINNA KEE GATTEE GAMMACHUUN OL JETTA
OBSITEE YOO JETTE DEEBII NI ARGATTA
BA’AA KANKEE GATTEE GAMMACHUUN OL JETTA
ቁጥር 3 · Verse 3
KANA HUBADHU
FUULA GOOFTAA YEROO HUNDAA BARBAADADHU
EEGGADHU
DACHAA DACHAA TA’A DEEBIIN KEE KADHADHUU
ምንጭ፦ ግጥሙ በ WikiMezmur ማኅበረሰብ የተገለበጠ ነው። የግጥሙ መብት የደራሲው ነው — የመብት ጥያቄ