Birmaduu Baaneerra
Birmaduu Baaneerra
ትራክ 12 · አማርኛ
አዝማች · Chorus
JINNIIN…
NAMA DHUGAA WAA JAALATAA
KARAA DHUGAA WAA JAALATAA
KARAA JIRUU WAA JAALATAA
NAMA DOGONGORSA
NUTI GARUU WAAMAMNEERRA
HARKASAARRAA HIKKAMNEERRA
BURRAAQAARRA WAAQA KEENNA
HARKA RURRUKUTAA
BIRMADUU BAANEERRA GOOFTATTI AMANNEE
NUTTI TOLEE JIRA ISA IRRATTI HIRKANNEE
ANGOON IJOOLLUMMAA NU’UUF KENNAMEE JIRA
GADI DHIITAA DEEMNA BOFAAF BUUTII IRRA
ቁጥር 1 · Verse 1
JINNIIN…
NAMA DHUGAA WAA JAALATAA
KARAA DHUGAA WAA JAALATAA
KARAA JIRUU WAA JAALATAA
NAMA DOGONGORSA
NUTI GARUU WAAMAMNEERRA
HARKASAARRAA HIKKAMNEERRA
BURRAAQAARRA WAAQA KEENNA
HARKA RURRUKUTAA
ቁጥር 2 · Verse 2
NAANNOO KEENNA MARSEE DHAABBATEE NU DHAADUS
HUMNA QABA JEDHEE DARBANNAA BAAYYISUS
KAN NU WOJJIIN JIRU HUNDUMAA OL’AANA
BITAA FI MIRGAAN KUFEE NU’UTUU IRRA AANNA
JINNIIN…
NAMA DHUGAA WAA JAALATAA
KARAA DHUGAA WAA JAALATAA
KARAA JIRUU WAA JAALATAA
NAMA DOGONGORSA
NUTI GARUU WAAMAMNEERRA
HARKASAARRAA HIKKAMNEERRA
BURRAAQAARRA WAAQA KEENNA
HARKA RURRUKUTAA
ቁጥር 3 · Verse 3
FAFAKKESSEE SOBEE DHUGAA WOLLAALICHISA
ABBAA SOBAATI INNI NAMA DOGONGORSA
ADDUNYAA MI’EESSEE FOONIIF JIRAACHISA
NUMMOO HIN DANDA’U JIRRA IFA KEESSA
JINNIIN…
NAMA DHUGAA WAA JAALATAA
KARAA DHUGAA WAA JAALATAA
KARAA JIRUU WAA JAALATAA
NAMA DOGONGORSA
NUTI GARUU WAAMAMNEERRA
HARKASAARRAA HIKKAMNEERRA
BURRAAQAARRA WAAQA KEENNA
HARKA RURRUKUTAA
ቁጥር 4 · Verse 4
GIMBII JABAA QABNA KAN ITTI BOQANNUU
GAACHANA FI DA’OO DHA KAN ITTI DHAADANNU
SHEEXANNI HIN DANDA’U MAQAA KANA WAAMNAAN
HUMNA JABAA QABA GOOFTATTI AMANNAAN
JINNIIN…
NAMA DHUGAA WAA JAALATAA
KARAA DHUGAA WAA JAALATAA
KARAA JIRUU WAA JAALATAA
NAMA DOGONGORSA
NUTI GARUU WAAMAMNEERRA
HARKASAARRAA HIKKAMNEERRA
BURRAAQAARRA WAAQA KEENNA
HARKA RURRUKUTAA
ምንጭ፦ ግጥሙ በ WikiMezmur ማኅበረሰብ የተገለበጠ ነው። የግጥሙ መብት የደራሲው ነው — የመብት ጥያቄ