Gara Onnee Kee
Gara Onnee Kee
ትራክ 7 · አማርኛ
አዝማች · Chorus
GARA ONNEE KAN KEE DHIYAACHUU BARBAADEE
YAADA ATI NAAF QABDU QOODAMUU WAAN FEDHEEF
AKKA YOHAANNIS LAPHEE KEETTI SIIQEE
YAADA KAN KEE HIRMAACHUUDHAAF JEDHEE
AKKA YOHAANNIS ONNEE KEETTI DHIYAADHEE
YAADA KAN KEE HUBACHUU BARBAADEE
ቁጥር 1 · Verse 1
SI DHIYAADHEE …SI QABADHA
YOO SI KADHU…SI ARGADHA
SI FEDHA …KEESSA KIYYAN
SI ULFEESSA …ALAA MANAAN
SI BARBAADA …SI GAAFATA
SI DUUKA BU’EE …YAADA KEE EEGGATAA
SI WOJJIN OOLEE ... BULEE GAMMADDAA
SITTI MAXXANEE …JIRACHUU BARBAADAA
አዝማች · Chorus
GARA ONNEE KAN KEE DHIYAACHUU BARBAADEE
YAADA ATI NAAF QABDU QOODAMUU WAAN FEDHEEF
AKKA YOHAANNIS LAPHEE KEETTI SIIQEE
YAADA KAN KEE HIRMAACHUUDHAAF JEDHEE
AKKA YOHAANNIS ONNEE KEETTI DHIYAADHEE
YAADA KAN KEE HUBACHUU BARBAADEE
ቁጥር 2 · Verse 2
ATI …MUKA WOYINICHAATI
ANI IMMOO …DAMEE KEETI
YOO ANI …SI QABEE JIRAADHE
GABBADHA… IJA GODHADHEETI
QORTEE …KEESSA KOO ILAALTA
FAGOO …YAADA KOO HUBATTA
SIIN QABAMEE LE’UU… BARBAADA
KANAAF …SIRRATTI ANI OF GATA
አዝማች · Chorus
GARA ONNEE KAN KEE DHIYAACHUU BARBAADEE
YAADA ATI NAAF QABDU QOODAMUU WAAN FEDHEEF
AKKA YOHAANNIS LAPHEE KEETTI SIIQEE
YAADA KAN KEE HIRMAACHUUDHAAF JEDHEE
AKKA YOHAANNIS ONNEE KEETTI DHIYAADHEE
YAADA KAN KEE HUBACHUU BARBAADEE
ምንጭ፦ ግጥሙ በ WikiMezmur ማኅበረሰብ የተገለበጠ ነው። የግጥሙ መብት የደራሲው ነው — የመብት ጥያቄ