Harka Waaqaa
Harka Waaqaa
ትራክ 3 · 5:27 · አማርኛ
ቁጥር 1 · Verse 1
BITAA FI MIRGAAN NAATI GUMEE
DIINNI NA BALLEESSUUF NA GUUNGUMEE
XAXEE NA KUFFISUUF HEDDU YAALEE
MALLI INNI MALE GARAGALEE *2
አዝማች · Chorus
HARKA WAAQAA UF IRRATTI ARGEERA ANI
YOO NA BAASU BOLLA DU’A DUCHAATII*2
IRREE WAAQAA UF IRRATTI ARGEERA ANI
GARAGALCHEE YAADA DIINA SANII*2
ቁጥር 2 · Verse 2
GAARUMMAA WAAQAYYOO ANI ARGEERAA
DUUTI NAN HIN ARGANNE GEEDDAREERAA
MIRGA KOO DHAABBATEE NAAF FALMEERAA
IJJI DINAA KIYYAA NARRAA GOREERAA*2
አዝማች · Chorus
HARKA WAAQAA UF IRRATTI ARGEERA ANI
YOO NA BAASU BOLLA DU’A DUCHAATII*2
IRREE WAAQAA UF IRRATTI ARGEERA ANI
GARAGALCHEE YAADA DIINA SANII*2
ቁጥር 3 · Verse 3
GADDA KOO JIJJIIREE GAMMACHUTTI
MATAA ISAA IRRA NA DEEMSISAATI
AKKA GUMAA IJAA NA ITTISAATI
SAMII NARRAA SAAQEE NA EEBBISAATI*2
አዝማች · Chorus
HARKA WAAQAA UF IRRATTI ARGEERA ANI
YOO NA BAASU BOLLA DU’A DUCHAATII*2
IRREE WAAQAA UF IRRATTI ARGEERA ANI
GARAGALCHEE YAADA DIINA SANII*2
ቁጥር 4 · Verse 4
GARGAARSI HARKA ISAA NARRAA HIN FOO’AMNEE
JIRUU KOO HUNDUMATTI KOPHAA HIN TAANE
INNOO NA GARGAARAA ASI GAHEERA
SHAKKII HIN QABU BORUUF ISA NAAF JIRA*2
ምንጭ፦ ግጥሙ በ WikiMezmur ማኅበረሰብ የተገለበጠ ነው። የግጥሙ መብት የደራሲው ነው — የመብት ጥያቄ