Lyriqaሊሪቃ · የመዝሙር ግጥሞች

Eloohii

Eloohii

ትራክ 6 · አማርኛ

▣ አቅርብ / Present✎ እርማት ጠቁም

ELOOHII LAMAA SABAKTANII

ANAAF JETTEE WORANNAMTEE*2

CUBBUU KIYYA ANAAF BAADHATTEE

DHIIGA KEE JISSAA GOOFTAA KOO NAMA NA GOOTEE*2

NA HIFANNE DUGDA NA BAATTEE

YOO SANA EESSA JIRA*2

CUBBUUN KOO SANYII DU’AA NATTI FIDE

ARAARA KEE GUDDAAN SIN JAALATAMEE

DHIIGA NAAF JISSTEE SI NAA FANNIFAMEE

NAMA CUBBAMAA ANA JAALATTEE*2

IDDOO KIYYA BUUTEE FANNOO IRRATTI DUTEE

SILAA NATU DU’A GATI CUBBUU KANA*2

AARSAA NAAF KAFFALTEE ANA GOOTEE NAMA

ELOOHII LAMAA SABAKTANII

ANAAF JETTEE WORANNAMTEE*2

CUBBUU KIYYA ANAAF BAADHATTEE

DHIIGA KEE JISSAA GOOFTAA KOO NAMA NA GOOTEE*2

NA HIFANNE DUGDA NA BAATTEE

QULQULLUU DHA ATI MUDAA TOKKO HIN QABNEE*2

ANA HANBISUUF JETTEE AKKA GATII HIN DHABNEE

BILISA AKKA BAHUUF ANAAF OF KENNITEE*2

DHIGA NAAF JISSITEE LUBBUU KOO HANBIFTEE

ELOOHII LAMAA SABAKTANII

ANAAF JETTEE WORANNAMTEE*2

CUBBUU KIYYA ANAAF BAADHATTEE

DHIIGA KEE JISSAA GOOFTAA KOO NAMA NA GOOTEE*2

NA HIFANNE DUGDA NA BAATTEE

CUBBAMAA TA’UU KOO OTUMA BEEKTU*2

BADII KOO ILAALTEE ATI NAN HIFATTUU

HIDDA ABAARSAA CUBBUU HUNDA ISAA BUQQISTEE*2

JAALALA KEE DHUGAAN UFITTI NAA SIMATTE

ELOOHII LAMAA SABAKTANII

ANAAF JETTEE WORANNAMTEE*2

CUBBUU KIYYA ANAAF BAADHATTEE

DHIIGA KEE JISSAA GOOFTAA KOO NAMA NA GOOTEE*2

NA HIFANNE DUGDA NA BAATTEE

YOO SANA EESSA JIRA*2

CUBBUUN KOO SANYII DU’AA NATTI FIDE

ARAARA KEE GUDDAAN SIN JAALATAMEE

DHIIGA NAAF JISSTEE SI NAA FANNIFAMEE

ምንጭ፦ ግጥሙ በ WikiMezmur ማኅበረሰብ የተገለበጠ ነው። የግጥሙ መብት የደራሲው ነው — የመብት ጥያቄ