Lyriqaሊሪቃ · የመዝሙር ግጥሞች

Dhiifama Keen

Dhiifama Keen

ትራክ 9 · አማርኛ

▣ አቅርብ / Present✎ እርማት ጠቁም

GAARUMMAA KEE NAAF BAAYYIFTEE

NAMA CUBBAMAA NA JAALATTEE

DU’A KOO JIRUTTI NAA JIJJIIRTEE

DHIIFAMA KAN KEE NAA DABALTEE

GAARUMMAA KEE NAAF BAAYYIFTEE

NAMA CUBBAMAA NA JAALATTEE

DU’A KOO JIRUTTI NAA JIJJIIRTEE

DHIIFAMA KAN KEE NAA DABALTEE

DHIIFAAMA KEEN *3

ANI JIRADHEERAA

ARAARA KEEN DHIIFAMA KEEN JAALALA KEEN…

ANI ASI GAHEERA

SILAA DU’AA TURE HIN JIRAADHU

OSOO SI HIN ARGANEE HIN BADHADHUU

ARAARRII KAN KEE NA QAQQABEE

JIRUU NAAF LAATEE HAAREEFFAMEE

SILAA DU’AA TURE HIN JIRAADHU

OSOO SI HIN ARGANEE HIN BADHADHUU

ARAARRII KAN KEE NA DHAQABEE

HUMINA NA TA’E ANA DHABEE

DHIIFAAMA KEEN *3

ANI JIRADHEERAA

ARAARA KEEN DHIIFAMA KEEN JAALALA KEEN…

ANI ASI GAHEERA

NARRAA FONQOLCHITEE WAANJOO CUBBUU

ISA GAD NA QABEE NA RAAKISUU

BILISA BAHEE SI QABADHEE

LUBBUUN KOO FAYYE SI ARGATEE

NARRAA FONQOLCHITEE WAANJOO CUBBUU

ISA GAD NA QABE AKKA CAABU

BILISAA BAHEE SITTI MAQEE

DHIIFAMA KEETTUU NARRAA HAQEE….

DHIIFAAMA KEEN *3

ANI JIRADHEERAA

ARAARA KEEN DHIIFAMA KEEN JAALALA KEEN…

ANI ASI GAHEERA

ምንጭ፦ ግጥሙ በ WikiMezmur ማኅበረሰብ የተገለበጠ ነው። የግጥሙ መብት የደራሲው ነው — የመብት ጥያቄ