Lyriqaሊሪቃ · የመዝሙር ግጥሞች

Miila Kee Jala

Miila Kee Jala

ትራክ 2 · አማርኛ

▣ አቅርብ / Present✎ እርማት ጠቁም

MIILA KAN KEE JALA NI TAA’A

SITUU GOOFTAA ANAAF MIJATA

NI DARBA DHUMA QABA HUNDINUU

JABAADHEE SI WOJJIIN JIRAADHA SI HIN GANU*2

OGUMMAA NAAF KENNI AKKA SI SODAADHU

FUULA KEE AFOOTTI DHUUGAAN HAA JIRAADHUU

ONNEE KOO ISA KEESSAAN AKKA SI JAALADHUU

NA GARGAARI GOOFTAA AKKA QALBEEFADHUU

HIN BARBAADUU GARANAA GARAS LAALUU

HIN BARBAADUU SIIN ALA HOMTUU NA HIN TOLU

HIN BARBAADUU GARANAA GARAS MILDHACHUU

HIN BARBAADUU SIIN ALA HOMAA HIN FEDHU

JIRUU KOO IRRATTI AKKA ATI MOOTOMTUU

HUNDUMAA CAALCHISEE AKKA NAAN BOQATTUU

JECHA KEE DHAGAHAA KEESSI KOO AKKA LATUU

HIDDAA FI HUNDEEN KAN KOO AKKA SIIN JABAATUU

HIN BARBAADUU GARANAA GARAS LAALUU

HIN BARBAADUU SIIN ALA HOMTUU NA HIN TOLU

HIN BARBAADUU GARANAA GARAS MILDHACHUU

HIN BARBAADUU SIIN ALA HOMAA HIN FEDHU

YAADA KEESSA KOOTII HAFUURA KEETTI HIDHAA

YEMMUU SAN JIREENYAA FI NAGAS ARGADHAA

SI WOJJIN BULAATIIN SEERA KEEN JIRAADHAA

HAFUURA KEE KEESSAAN SI WOJJIIN ULFAADHA

HIN BARBAADUU GARANAA GARAS LAALUU

HIN BARBAADUU SIIN ALA HOMTUU NA HIN TOLU

HIN BARBAADUU GARANAA GARAS MILDHACHUU

HIN BARBAADUU SIIN ALA HOMAA HIN FEDHU

ምንጭ፦ ግጥሙ በ WikiMezmur ማኅበረሰብ የተገለበጠ ነው። የግጥሙ መብት የደራሲው ነው — የመብት ጥያቄ