Araaraan Nu Ilaali
Araaraan Nu Ilaali
ትራክ 5 · አማርኛ
ቁጥር 1 · Verse 1
HAA GAHU GADADOON DHUKKUBNI FI FE’AANI
SI KADHANNA GOOFTAA ARAARAAN NU ILAALI*2
BARA HEDDUUF NURRA TUREE MAXXANEETIN KAN JIRAATE
OL JECHUU KAN NU DHOORKE GURMUU KEENNA GADI QABEE
GOOFTAA KOO FE’AA KANA GUBBAA IRRAA GADI ILAALI
HIDDA ABAARSAA NURRAA KUTI FE’AA KEENNA NURRAA KAASI *2
አዝማች · Chorus
HAA GAHU GADADOON DHUKKUBNI FI FE’AANI
SI KADHANNA GOOFTAA ARAARAAN NU ILAALI*2
ቁጥር 2 · Verse 2
MANA KEE KEESSA TAA’EE BAAYYETU DHIPHAMEERA
BA’AANSAA ITTI ULFAATEE SI’UMA EEGGATAARA
WAAQAYYOO ATI NI BEEKTA WAAN HUNDAA NI ARGITA
BA’ATUU ULFAATERAA IRRAA KAASI ATI GOOFTAA *2
አዝማች · Chorus
HAA GAHU GADADOON DHUKKUBNI FI FE’AANI
SI KADHANNA GOOFTAA ARAARAAN NU ILAALI*2
ቁጥር 3 · Verse 3
DHUKKUBNI ITTI BAAYYATEE YAADA SAMMUUSAAN QABEE
SODAATANII GOLA GALANII SI QOFA KAN ABDATANI
ABBAA KOO BANII KANA ARAARA KEEN DHAQQABI
HIDHAA SAN IRRAA HIIKI FAYYINNA ISAANIIF LAATI *2
ምንጭ፦ ግጥሙ በ WikiMezmur ማኅበረሰብ የተገለበጠ ነው። የግጥሙ መብት የደራሲው ነው — የመብት ጥያቄ