Hin Quufu
Hin Quufu
ትራክ 10 · አማርኛ
ቁጥር 1 · Verse 1
KAMIIN JEDHEE KAMIIN DHIISA
GAARUMMAAN KEE NARRA BASA
WANTA NAAF GOOTE AJAA’IBSIIFADHAA
KANAAF ABBAA KOO AKKANA SIN JEDHAA:
SIIN ASI GAHEERA GOOFTAA KIYYA
SIIN IJAARAME BU’UURRI KIYYA
SIIN DHAABATEERA MANNI KIYYA
GALAATOMI SIIN JEDHA WAAQA KIYYA
አዝማች · Chorus
HIN QUUFU *2
HIN QUUFU GALATA SI FIDEE HIN QUUFU
HIN QUUFU UlFAADHU SIIN JEDHEE HIN QUUFU
HIN QUUFU MAQAA KEE OLIKAKAASEE HIN QUUFU … ANI ANI
HIN QUUFU*2
HIN QUUFU LALLABEE SI HIN FIXU HIN QUUFU
HIN QUUFU FAARFADHEE SI HIN FIXU HIN QUUFU
HIN QUUFU YESUS YESUS JEDHE HIN QUUFU
ቁጥር 2 · Verse 2
JECHOOTAAN DHABE KAN ITTIN SI IBSUU
QILEE NA BAAFTE AKKAMIIN CALLISUU
SI WEEDDISAA MAQAA KEE YAAMAA
NATTI MI’AAWA AKKA NADHII DAMMAA
HIN QUUFU LALLABEE SI HIN FIXU HIN QUUFU
HIN QUUFU FAARFADHEE SI HIN FIXU HIN QUUFU
HIN QUUFU YESUS YESUS JEDHE HIN QUUFU
ቁጥር 3 · Verse 3
GOOFTAA GOCHI KEE NA DINQISIISA
YEMMUUN YAADUU NA MAALALCHIISA
GARAA GUUTUUDHAAN GALATA SII FIDA
GALATOOMI JEDHAA SIIF SAGADAA
HIN QUUFU LALLABEE SI HIN FIXU HIN QUUFU
HIN QUUFU FAARFADHEE SI HIN FIXU HIN QUUFU
HIN QUUFU YESUS YESUS JEDHE HIN QUUFU
ምንጭ፦ ግጥሙ በ WikiMezmur ማኅበረሰብ የተገለበጠ ነው። የግጥሙ መብት የደራሲው ነው — የመብት ጥያቄ